SBS Afaan Oromoo

How home and contents insurance works in Australia - Australia keessatti Insuraansiin Manaa fi Qabeenyaa akkamiin hojjeta

Listen on

Episode notes

Home and contents insurance is a safety net many households expect to rely on during difficult times. But it’s also a financial product that even experts can find challenging to navigate. Whether you own or rent your home, understanding your level of cover, knowing what fine print to look out for, and learning how to manage rising premiums can help you make more informed choices as a consumer. - Yeroo rakkisaa tahe keessatti namootni baayyeen Insuraansii manaa fi qabeenya irratti abdatu. Garuu maallaqatti waan hidhatuuf beektotni illee akkaataa inni itti hojjetu hubachuu ni rakkatu. Mana ofii kee ykn kiraa keessa jiraatta yoo tahes Akka fayyadamaa insuraansichaatti, insuraansiin galte sun maalfaa dabalata kan jedhuu, sadarkaa isaa fi barreeffamni xixiqqaaan ijaan hin mul'anne maal akka jedhan hubachuun beektee itti seenuuf si gargaara.