SBS Afaan Oromoo

Irreechi keenya waliin haa kabajannu- obbo Daanyee Dafarshaa

Listen on

Episode notes

Irreechi Ayyaana waggaa keessatti si'a lama Ummata Oromoo fi saboota jaallattootaa fi mararfattoota Ayyaana Irreechaan kabajama. Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata dhufu kana kabajama jedha, obbo Daanyee Dafarshaa.