SBS Afaan Oromoo
By SBS
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Latest episode
-
#87 Managing screen time (Med) - #87 Yeroo Screen irra turan to'achuu (giddu-gala afaanii)
Learn how to talk about screen time management. - Akkaataa itti fuula bilbila harkaa ykn elektronics fayyadamuu(screen time) to'atan irratti waliin dubbachuu barattu -
How home and contents insurance works in Australia - Australia keessatti Insuraansiin Manaa fi Qabeenyaa akkamiin hojjeta
Home and contents insurance is a safety net many households expect to rely on during difficult times. But it’s also a financial product that even experts can find challenging to navigate. Whether you own or rent your home, understanding your level of… -
Bonus Practice: #86 When? Talking about time (Med) - Shaakala Dabalaa: #86 Yoom? Waa'ee yeroo irraa dubbachuu (giddu-gala afaanii)
Practise speaking the dialogue from episode #86 Talking about time (Med). - Practise speaking the dialogue from episode #86 Talking about time (Med). Qophii kana keessatti waliin dubbannaa deemu dhaggeeffachuun , dubbachuu shaakalaa. kun kutaa 86f, w… -
Would you consider nominating someone for an Order of Australia? - Nama tokko Kabajaa Beekamtii Australia (Order of Australia) akka tahu kaadhimuuf yaaddeettaa?
Do you know someone who makes an extraordinary impact in the community? It could be a person from any background or field of endeavour. You can help celebrate their achievements by nominating them for an Order of Australia. The more we recognise extr… -
#86 When? Talking about time (Med) - #86 Yoomi? Waa'ee yeroo irraa dubbachuu (Giddu-gala afaanii)
Learn how to talk about time. - Waa'ee yeroo irraa dubbachuu. Waa'ee yeroo irraa yemmuu dubbattan afaan inglishii fooyyeffattu. Afaan lafa hojiitti, barmootattii fi hawaasummaatti walii galuuf nama gargaara. -
Beyond books: How libraries build and support communities in Australia - Dhiheessii kitaabaa caalaatti: Manneen kitaabaa(libray) Australia hagam hawaasa gabbisaa jira
Australian public libraries are special places. Yes, they let you borrow books for free, but they also offer a wealth of programs and services, also free, and welcome everyone, from tiny babies to older citizens. - Manneen kitaabaa ummataa(Library) A… -
Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa
Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata Dabree kabajamee oole. Haawaasni Oromoo Melbourne bakka heddumminaan argamanitti, Ayyaanni Irreechaa Daandenong bakka tarkaanfii kuma tokko jedhutti kabajame. guyyaa kana ijoolleen, dubartootnii fi abbootiin u… -
What to expect when taking your child to the emergency department - Yeroo daa’imman waliin gara mana yaalaa kutaa wal'aansa hatattamaa deemtan tartiibi jiru maal
Visiting the emergency department with a sick or injured child can overwhelm parents due to long wait times and stress. Understanding what to expect can help. This episode explores when to go to children's hospital emergency departments in Australia … -
Irreechi keenya waliin haa kabajannu- obbo Daanyee Dafarshaa
Irreechi Ayyaana waggaa keessatti si'a lama Ummata Oromoo fi saboota jaallattootaa fi mararfattoota Ayyaana Irreechaan kabajama. Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata dhufu kana kabajama jedha, obbo Daanyee Dafarshaa. -
How to recover from floods and storms in Australia - Lolaa bishaanii fi rooba guddaa irraa akkamiin akka dandamatamu
Australia is experiencing more frequent and intense floods and storms. Once the winds calm and the water recedes, how do you return home safely? Experts speak on the essential steps to take after a disaster. - Lolaan bishaanii fi Roobni guddaan yeroo…